Home | Oromia | Objectives | Policies | Press Releases | Articles | Links | Archives

 

 

 

 

 

Yaamicha Hiriira Nagayaa!!!

Oromoo fii Firoottan Oromoo Biyya Kanadaa Keessa Jiraattan hundaaf

Koree Qindeessittu Hiriira nagayaa irraa Hawaasni Oromoo Ontario Canada Magaalaalee Toronto fii naannoo Toronto, Ottawwa, Hamilton fii Kitchner jiraattu walii galuu dhaan hiriira nagayaa qopheesaaati jira. Hiriirri kunis:

Duguuggaa Shanyii Oromoorratti TPLF oofaa jiru;
Rakkoo yeroo ammantanaa ummata Oromoo fi saboota biroo jidduti [TPLF] uumaa jiru;
Barattoota keenya kan kumaatamaan [TPLF] baruumsarraa ari’aa jiru, kan hafaniis mana hidhaatti guuraa kaanis biyyaa akka baqatan godhaa jiru.

Wanni nuti ala kanaa godhuu dandeenyu keessa tokko hiriira nagayaa bahuu dhaan gocha suukanneessaa kana saaxiluu waan taheef jecha hiriira kanarrati akka argamtan kabajaa dhaan afeeramtanii jirtu.Dirqama Oromummaa kana waliin bahurratti qooda keenya akka laannu mamii hinqabnu.


Guyyaan Waxabajjii (June) 26, 2009
Bakki Magaalaa Ottawa
Yeroon 11:00 WD (AM)

Waa'ee hiriira kanaa ibsachuuf koree qindeessittu:

Torontorra
Otowwarra
   
Falmaa Sabaa (647)588-9749
Hullo (613)868-8572
Hordofaa Guyssa (416)783-4607
Mohamed Se’id (613)282-16143)
Qacee Hargaayaa (416)882-2909
Abdulaxif (613)-255-2180
Urgeessaa Taammanaa (416)550-9096
 
Garbbii Nuuree (416)455-3647
 

Oromiyaan Ni Bilisoomti!!!

 
 
 

Email us at: info@oromoliberationfront.info
Home | Oromia | Objectives | Policies | Press Releases | Articles | Links | Archives

Copyright © 2004 -2005
OLF. All rights reserved