Home | Oromia | Objectives | Policies | Press Releases | Articles | Links | Archives

 

 

 

 

 

Haala QBO ilaalchisee gaaffii fi deebii Jaal Galaasaa Dilboo, H/D ABO durii radio KFI - Sagalee Oromiyaaf kennan dhaggeeffadhaa:

Windows Media Windows Media

The U.S. Department of State Bureau of Democracy, Human Rights, and Labor released it yearly country report on Ethiopia on March 11, 2008. Titled "Country Reports on Human Rights Practices – 2007", the report confirms, among other atrocities of TPLF, the cold blooded murder of innocent students in Guyii, Oromia; the banning of “a traditional animist Oromo religious group”; the wide spread rounding up and arresting of Oromo nationals prior to and during the so-called Ethiopian Millennium. Speaking about the later victims, the report goes on to say “Nearly all those held were not charged with any crime or brought to court. At years end 148 remained in jail.” Read the full report Here.

Dhaamsaa ABO - Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo
(Ebla 15, 2009) Irratti

"Guyyaa gootota Oromoo yaadatuun aaduma qofaaf osoo hin taane qabsoo eegalame bakkaan ga’uuf kaayyoo xaliilaa ganama itti manaa ba’ame mootummaa dimookraatawaa walaba Oromiyaa argamsiisuuf qabsoo dhugaaf of wareeguuf carraaquuf waadaa haaromsuu feesisa." - Dubbisaa

 

Welcome to OLF

This website will introduce you to the main objectives and policies of the Oromo Liberation Front as well as facts about Oromia.


What is New?

Yaamicha Hiriira Nagayaa!!!

Oromoo Biyya Kanadaa Keessa Jiraattan hundaaf!

Guyyaan: Waxabajjii (June) 26, 2009
Bakki: Magaalaa Ottawa
Yeroon: 11:00 WD (AM)

Caalaatti Hubachuuf, as xiqaa


Waamicha ABO (Muddee (Dec.) 2008)

Waamicha QBO Jabeessuu - Abba-tokkoota Miseensota ABO Turan fi Murnoota Maqaa ABOn Sosso'an Hundaaf - Dubbisaa | Read English version

The Asmara Group lost the court battle it initiated against the OLF. OLF is awarded cost and disbursements - Read more

H/Dn ABO, Jaal Dhugaasaa Bakakkoo, Guyyaa Yaadannoo Goototaa ilaalchisanii Ibsa kennan

Hayyuu-Dureen ABO, Jaal Dhugaasaa Bakakkoo, Ebla 15 -Guyyaa Gootota Oromoo - ilaalchisanii manaa PalTalk “Oromiyaa Oromoo” jedhamu irratti Ebla 26, 2008 ibsa balia’aa kennaan. Haasaa isaanii keessatti , H/Dn, seenaa goototaa Oromoo erga xuxxuqanii booda ABOn Ebla 15 maaliif akka Guyyaa Goototaa jehdee moggaasee kabajuuf murteesse ibsanii jiru.

Dhaggeeffachuuf:
Walgahii kana irratti Oromoonni 120 ol ta’an qooda fudhachuun gaaffii addaddaa kaasaanii deebii gahaa argatanii jiru. Gaaffii fi deebii godhamee kana keessa olola maqaa xureessii gandda keessa isaan irratti oofamaa jiru tokko-tokko gaafatamanii ololli kun gonkumaa dhara (soba) ta’uu isaa  dubbatanii jiru.

 

Dhaamsa Bara Haaraa - 2009, Hayyu Duree Adda Bilisummaa Oromoo Irraa - Dubbisaa

The Asmara Group schism should not divide the Oromo people - Read more

Waldhibdeen Gartuu Asmaraa giddutti uumame uummata Oromoo addaan babaasuu hin danda’u - Read more

Ibsa Ejjennoo GS-ABO (Bitootessa 2008)

Dhaamsa Braa Haaraa (Hayyuu DUree ABO)

OLF Press Release on the so-called Ethiopian Millennium Afaan Oromoo | English

Haqaan Waan hin Qabne, Iyyaan Hin Argatan (Walaloo Oluma5 irraa)

Insight into Oromo Unity: an inherited construct Afaan Oromoo | English

The TPLF/EPRDF Constitution: The reasons and dangers behind it (by Mulugeta Mossissa)

[Ethiopian] Millennium, a Disguise for Human Right Abuse (By Ibsaa Guutamaa) Afaan Oromoo | English

OLF Press Release on Asmara group's Law Suite against it

Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO) walgahii isaa dhaabbataa Guraandhala 17 – 24, 2008 deemsisise milkiin xumuratee jira. Dubbisaa

 

P. O. Box 21762, Washington, DC 20009 - Tel: (202)-521-5653 - waajjira@oromoliberationfront.info
Home | Oromia | Objectives | Policies | Press Releases | Articles | Links | Archives

Copyright © 2004 -2005
OLF. All rights reserved